September 18, 2017

Mootummaan Itoophiyaafi aangawonni tikaa Ayyaana Irreecha Onkoloolessa 1, 2017 gaggeeffamu irratti miidhaa qaamaafi ajjeecha hambisuuf tarkaanffii qabatama of-qusachuu akka godhu Hiyumaan Raayits Woch gabaasa fi viidiyoo hardha baaseen gaafateera. 

Stay up-to-date and get alerts on latest videos

Subscribe

Search

Browse by

Filter by

  • Video

    Mootummaan Itoophiyaafi aangawonni tikaa Ayyaana Irreecha Onkoloolessa 1, 2017 gaggeeffamu irratti miidhaa qaamaafi ajjeecha hambisuuf tarkaanffii qabatama of-qusachuu akka godhu Hiyumaan Raayits Woch gabaasa fi viidiyoo hardha baaseen gaafateera.

  • Video

    Hiyumaan Raayit Wochiin gabaasa har’a baasen, humnoonni nageenyaa Itiyoophiyaa yeroo mormiin Oromiyaa keessatti  baldhinaan gaggeeffamen Sadaasa 2015 eegalee  namoota 400 ol kan ajjeesan yoo ta’u kan kuma kudhaniin lakkaawwaman immoo hidhanii jiru.